Al-Hajj · 20/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Hajj
يُصْهَرُ بِهِ مَا فِي بُطُونِهِمْ وَالْجُلُودُ ۝٢٠
Yusharu bihee maa fee butoonihim waljulood
📖 Afaan Oromoon
Isa sanaan wanti garaa isaanii keessa jiruufi gogaan (isaanii) baqfama
🎧 Caqasi

📜 Aayah 18-22 — Al-Hajj

18أَلَمْ تَرَ أَنَّ اللَّهَ يَسْجُدُ لَهُ مَن فِي السَّمَاوَاتِ وَمَن فِي الْأَرْضِ وَالشَّمْسُ وَالْقَمَرُ وَالنُّجُومُ وَالْجِبَالُ وَالشَّجَرُ وَالدَّوَابُّ وَكَثِيرٌ مِّنَ النَّاسِ ۖ وَكَثِيرٌ حَقَّ عَلَيْهِ الْعَذَابُ ۗ وَمَن يُهِنِ اللَّهُ فَمَا لَهُ مِن مُّكْرِمٍ ۚ إِنَّ اللَّهَ يَفْعَلُ مَا يَشَاءُ ۩
Sila akka Rabbiin wanti samii keessa jiruufi wanti dachii keessa jiruus, aduun, jiini, urjiiwwan, gaarreen, mukkeen, lubbu qabeeyyiifi namoonni baay’enis sujuuda Isaaf godhan hin arginee? (Namoota) baay’ee adabbiin isa irratti mirkanaa’ee jiraNama Rabbiin isa salphise immoo namni isa kabaju hin jiruDhugumatti, Rabbiin waan fedhe hojjata
19۞ هَٰذَانِ خَصْمَانِ اخْتَصَمُوا فِي رَبِّهِمْ ۖ فَالَّذِينَ كَفَرُوا قُطِّعَتْ لَهُمْ ثِيَابٌ مِّن نَّارٍ يُصَبُّ مِن فَوْقِ رُءُوسِهِمُ الْحَمِيمُ
Gareen kun lamaan warra Rabbii isaanii keessatti wal falmaniidhaIsaan kafaran uffata ibidda irraa ta’etu isaaniif kutamee, mataa isaanii gubbaas bishaan danfaatu itti naqama
20يُصْهَرُ بِهِ مَا فِي بُطُونِهِمْ وَالْجُلُودُ
Isa sanaan wanti garaa isaanii keessa jiruufi gogaan (isaanii) baqfama
21وَلَهُم مَّقَامِعُ مِنْ حَدِيدٍ
Ammas jirma sibiila irraa ta’etu isaaniif jira
22كُلَّمَا أَرَادُوا أَن يَخْرُجُوا مِنْهَا مِنْ غَمٍّ أُعِيدُوا فِيهَا وَذُوقُوا عَذَابَ الْحَرِيقِ
Dhawaata isaan yaaddoodhaan ishee irraa ba’uu fedhaniin ishee keessatti deebifaman“Adaba gubaa dhandhamaa” (jedhamani)
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 20

Suuratu Al-Hajj Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa sanaan wanti garaa isaanii keessa jiruufi gogaan (isaanii) baqfama

Suuratu Aayah 20/78 — Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Hajj Caqasi, Al-Hajj Hiikkaa, Al-Hajj mp3, Al-Hajj pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers