Al-Hajj · 69/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hajj
اللَّهُ يَحْكُمُ بَيْنَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فِيمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ ۝٦٩
Allaahu yahkumu bainakum Yawmal Qiyaamati feemaa kuntum feehi takhtalifoon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa waan isin isa keessatti wal dhabaa turtan gidduu keessanitti murteessa

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 67-71 — Suuratu Al-Hajj

67لِّكُلِّ أُمَّةٍ جَعَلْنَا مَنسَكًا هُمْ نَاسِكُوهُ ۖ فَلَا يُنَازِعُنَّكَ فِي الْأَمْرِ ۚ وَادْعُ إِلَىٰ رَبِّكَ ۖ إِنَّكَ لَعَلَىٰ هُدًى مُّسْتَقِيمٍ
Ummata hundaaf seera isaan amantii ittiin geggeeffatan isaaniif taasifnee jirraKanaafuu (mushrikoonni Makkaa) dhimma kana irratti akka siin hin falmineGara Gooftaa keetiittis waamiDhugumatti, ati karaa qajeelaa irra jirta
68وَإِن جَادَلُوكَ فَقُلِ اللَّهُ أَعْلَمُ بِمَا تَعْمَلُونَ
Yoo siin falmanis “Rabbiin akkaan beekaa waan isin hojjattaniiti” jedhiin
69اللَّهُ يَحْكُمُ بَيْنَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ فِيمَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ
Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa waan isin isa keessatti wal dhabaa turtan gidduu keessanitti murteessa
70أَلَمْ تَعْلَمْ أَنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا فِي السَّمَاءِ وَالْأَرْضِ ۗ إِنَّ ذَٰلِكَ فِي كِتَابٍ ۚ إِنَّ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرٌ
Sila Rabbiin wantoota samiifi dachii keessa jiran hunda akka beeku hin beektuu? Dhugumatti, kun kitaaba (Lawhal Mahfuuz) keessa jiraDhugumatti, kun Rabbi irratti laafaadha
71وَيَعْبُدُونَ مِن دُونِ اللَّهِ مَا لَمْ يُنَزِّلْ بِهِ سُلْطَانًا وَمَا لَيْسَ لَهُم بِهِ عِلْمٌ ۗ وَمَا لِلظَّالِمِينَ مِن نَّصِيرٍ
Rabbiin alatti waan Inni ragaa homaatuu isaaf hin buusiniifi waan isaanis isa ilaalchisee beekumsa homaatuu hin qabne gabbaruMiidhaa hojjattootaaf gargaaraan tokkos hin jiru
Al-HajjTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
69Aayah

Hiikkaa — Al-Hajj 69

Suuratu Al-Hajj Aayah 69 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin Guyyaa Qiyaamaa waan isin isa keessatti wal dhabaa turtan…

Suuratu Aayah 69/78 — Suuratu Al-Hajj الحج (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hajj Caqasi, Suuratu Al-Hajj Hiikkaa, Suuratu Al-Hajj mp3, Suuratu Al-Hajj pdf. Aayah 67–71. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers