Ash-Shu'ara · 119/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
فَأَنجَيْنَاهُ وَمَن مَّعَهُ فِي الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ ۝١١٩
Fa anjainaahu wa mamma`ahoo fil fulkil mashhoon
📖 Afaan Oromoon
Nutis isaafi namoota isa waliin turan doonii guutamte keessatti isaan baraarsine

🎧 Caqasi


📜 Aayah 117-121 — Suuratu Ash-Shu'ara

117قَالَ رَبِّ إِنَّ قَوْمِي كَذَّبُونِ
[Nuuhis] ni jedhe: “Yaa gooftaa kiyya! Dhugumatti, ummanni koo na sobsiisaniiru
118فَافْتَحْ بَيْنِي وَبَيْنَهُمْ فَتْحًا وَنَجِّنِي وَمَن مَّعِيَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Ati gidduu kiyyaafi gidduu isaaniitti murtii [haqaa] murteessiAnaafi Mu’uminoota irraa nama na waliin ta’anis baraarsi.”
119فَأَنجَيْنَاهُ وَمَن مَّعَهُ فِي الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Nutis isaafi namoota isa waliin turan doonii guutamte keessatti isaan baraarsine
120ثُمَّ أَغْرَقْنَا بَعْدُ الْبَاقِينَ
Ergasii booda [bilisa isaan baasuutii] warra hafan ni dhidhimsine
121إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii Mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
119Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 119

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 119 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nutis isaafi namoota isa waliin turan doonii guutamte keessatti isaan…

Suuratu Aayah 119/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 117–121. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers