Ash-Shu'ara · 138/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ ۝١٣٨
Wa maa nahnu bimu `azzabeen
📖 Afaan Oromoon
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 136-140 — Ash-Shu'ara

136قَالُوا سَوَاءٌ عَلَيْنَا أَوَعَظْتَ أَمْ لَمْ تَكُن مِّنَ الْوَاعِظِينَ
[Ummanni Huud] ni jedhan: “Yoo nu gorsites yoo warra gorsan irraa ta’uu baattes nurratti waluma qixa
137إِنْ هَٰذَا إِلَّا خُلُقُ الْأَوَّلِينَ
Kun amaluma warra duriiti malee waan biraa miti
138وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]
139فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
140وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
138Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 138

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 138 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]

Suuratu Aayah 138/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 136–140. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers