Ash-Shu'ara · 144/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ ۝١٤٤
Fattaqul laaha wa atee`oon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
🎧 Caqasi

📜 Aayah 142-146 — Ash-Shu'ara

142إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ صَالِحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
143إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
144فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
145وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
146أَتُتْرَكُونَ فِي مَا هَاهُنَا آمِنِينَ
Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
144Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 144

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 144 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa

Suuratu Aayah 144/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 142–146. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers