Ash-Shu'ara · 147/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ ۝١٤٧
Fee jannaatinw wa `uyoon
📖 Afaan Oromoon
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti
🎧 Caqasi

📜 Aayah 145-149 — Ash-Shu'ara

145وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
146أَتُتْرَكُونَ فِي مَا هَاهُنَا آمِنِينَ
Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu
147فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti
148وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)
149وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
147Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 147

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 147 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti

Suuratu Aayah 147/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 145–149. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers