Ash-Shu'ara · 146/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
أَتُتْرَكُونَ فِي مَا هَاهُنَا آمِنِينَ ۝١٤٦
Atutrakoona fee maa haahunnaaa aamineen
📖 Afaan Oromoon
Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 144-148 — Suuratu Ash-Shu'ara

144فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
145وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhu; Mindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
146أَتُتْرَكُونَ فِي مَا هَاهُنَا آمِنِينَ
Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu
147فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti
148وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
146Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 146

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 146 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu

Suuratu Aayah 146/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 144–148. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers