Ash-Shu'ara · 148/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ ۝١٤٨
Wa zuroo inw wa nakhlin tal `uhaa hadeem
📖 Afaan Oromoon
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 146-150 — Suuratu Ash-Shu'ara

146أَتُتْرَكُونَ فِي مَا هَاهُنَا آمِنِينَ
Sila waan as jiru (qabeenya kana) keessatti nageenyaan dhiifamtuu
147فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Ashaakiltiiwwaniifi burqaawwan keessatti
148وَزُرُوعٍ وَنَخْلٍ طَلْعُهَا هَضِيمٌ
Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)
149وَتَنْحِتُونَ مِنَ الْجِبَالِ بُيُوتًا فَارِهِينَ
Cocollee taatanii gaarreen irraas manoota bocattuu (soqattuu)
150فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
148Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 148

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 148 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Oorruuwwaniifi muka tamirii ijji ishee Bilchaataa taate (keessattis ni dhiifamtuu)

Suuratu Aayah 148/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 146–150. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers