Ash-Shu'ara · 169/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
رَبِّ نَجِّنِي وَأَهْلِي مِمَّا يَعْمَلُونَ ١٦٩
Transliteration
Rabbi najjjinee wa ahlee mimmmaa ya`maloon
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa nu baraari.”
🎧 Caqasi
📜 Aayah 167-171 — Ash-Shu'ara
167قَالُوا لَئِن لَّمْ تَنتَهِ يَا لُوطُ لَتَكُونَنَّ مِنَ الْمُخْرَجِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Yaa Luux! Yoo [waan jettu irraa] hin dhorgamin, dhugumatti warra [biyyarraa] baafaman irraa taata.”
168قَالَ إِنِّي لِعَمَلِكُم مِّنَ الْقَالِينَ
[Luuxis] ni jedhe: “Dhugumatti, ani namoota dalagaa keessan jibban irraayyi
169رَبِّ نَجِّنِي وَأَهْلِي مِمَّا يَعْمَلُونَ
Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa nu baraari.”
170فَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Isaafi maatii isaas walumaa galatti ni baraarsine
171إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii tokko kan warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
169Aayah
Hiikkaa — Ash-Shu'ara 169
Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 169 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa…Suuratu Aayah 169/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 167–171. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








