Ash-Shu'ara · 172/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ ۝١٧٢
Summa dammarnal aa khareen
📖 Afaan Oromoon
Ergasii warra biroo ni balleessine

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 170-174 — Suuratu Ash-Shu'ara

170فَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Isaafi maatii isaas walumaa galatti ni baraarsine
171إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii tokko kan warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee
172ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Ergasii warra biroo ni balleessine
173وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِم مَّطَرًا ۖ فَسَاءَ مَطَرُ الْمُنذَرِينَ
Bokkaa [adabbii] isaan irratti roobsineRoobni warra akeekkachiifamanii waa fokkate
174إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
172Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 172

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 172 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii warra biroo ni balleessine

Suuratu Aayah 172/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 170–174. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers