Ash-Shu'ara · 171/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ ۝١٧١
Illaa `ajoozan filghaabireen
📖 Afaan Oromoon
Jaartii tokko kan warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 169-173 — Suuratu Ash-Shu'ara

169رَبِّ نَجِّنِي وَأَهْلِي مِمَّا يَعْمَلُونَ
Yaa Gooftaa kiyya! Anaafi maatii kiyya waan isaan dalagan irraa nu baraari.”
170فَنَجَّيْنَاهُ وَأَهْلَهُ أَجْمَعِينَ
Isaafi maatii isaas walumaa galatti ni baraarsine
171إِلَّا عَجُوزًا فِي الْغَابِرِينَ
Jaartii tokko kan warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee
172ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Ergasii warra biroo ni balleessine
173وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِم مَّطَرًا ۖ فَسَاءَ مَطَرُ الْمُنذَرِينَ
Bokkaa [adabbii] isaan irratti roobsineRoobni warra akeekkachiifamanii waa fokkate
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
171Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 171

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 171 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Jaartii tokko kan warra [adaba keessatti] hafan irraa taate malee

Suuratu Aayah 171/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 169–173. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers