Ash-Shu'ara · 174/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ ۝١٧٤
Inna fee zaalika la Aayah; wa maa kaana aksaruhum mu`mineen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane

🎧 Caqasi


📜 Aayah 172-176 — Suuratu Ash-Shu'ara

172ثُمَّ دَمَّرْنَا الْآخَرِينَ
Ergasii warra biroo ni balleessine
173وَأَمْطَرْنَا عَلَيْهِم مَّطَرًا ۖ فَسَاءَ مَطَرُ الْمُنذَرِينَ
Bokkaa [adabbii] isaan irratti roobsineRoobni warra akeekkachiifamanii waa fokkate
174إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane
175وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti Gooftaan kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
176كَذَّبَ أَصْحَابُ الْأَيْكَةِ الْمُرْسَلِينَ
Jiraattonni Aykah (bosonaa) ergamoota sobsiifte
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
174Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 174

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 174 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, kana keessa mallattootu jiraIrra hedduun isaaniis Mu’uminoota hin taane

Suuratu Aayah 174/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 172–176. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers