Ash-Shu'ara · 182/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ ۝١٨٢
Wa zinoo bilqistaasil mustaqeem
📖 Afaan Oromoon
Madaala sirrii ta’een madaalaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 180-184 — Ash-Shu'ara

180وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
181۞ أَوْفُوا الْكَيْلَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُخْسِرِينَ
Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa
182وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ
Madaala sirrii ta’een madaalaa
183وَلَا تَبْخَسُوا النَّاسَ أَشْيَاءَهُمْ وَلَا تَعْثَوْا فِي الْأَرْضِ مُفْسِدِينَ
Namoota wantoota isaanii irraa hin hir’isinaa; badii hojjattoota taataniis dechii keessa badiin hin deeminaa
184وَاتَّقُوا الَّذِي خَلَقَكُمْ وَالْجِبِلَّةَ الْأَوَّلِينَ
Isa isiniifi dhaloota duraanii uume sodaadhaa.”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
182Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 182

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 182 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Madaala sirrii ta’een madaalaa

Suuratu Aayah 182/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 180–184. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers