Ash-Shu'ara · 181/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
۞ أَوْفُوا الْكَيْلَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُخْسِرِينَ ۝١٨١
Awful kaila wa laa takoonoo minal mukhsireen
📖 Afaan Oromoon
Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 179-183 — Ash-Shu'ara

179فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhadhaa
180وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
181۞ أَوْفُوا الْكَيْلَ وَلَا تَكُونُوا مِنَ الْمُخْسِرِينَ
Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa
182وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ
Madaala sirrii ta’een madaalaa
183وَلَا تَبْخَسُوا النَّاسَ أَشْيَاءَهُمْ وَلَا تَعْثَوْا فِي الْأَرْضِ مُفْسِدِينَ
Namoota wantoota isaanii irraa hin hir’isinaa; badii hojjattoota taataniis dechii keessa badiin hin deeminaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
181Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 181

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 181 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Safara guutaa; [haqa namaa] hir’iftoota irraa hin ta’inaa

Suuratu Aayah 181/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 179–183. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers