Ash-Shu'ara · 184/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَاتَّقُوا الَّذِي خَلَقَكُمْ وَالْجِبِلَّةَ الْأَوَّلِينَ ۝١٨٤
Wattaqul lazee khalaqakum waljibillatal awwaleen
📖 Afaan Oromoon
Isa isiniifi dhaloota duraanii uume sodaadhaa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 182-186 — Ash-Shu'ara

182وَزِنُوا بِالْقِسْطَاسِ الْمُسْتَقِيمِ
Madaala sirrii ta’een madaalaa
183وَلَا تَبْخَسُوا النَّاسَ أَشْيَاءَهُمْ وَلَا تَعْثَوْا فِي الْأَرْضِ مُفْسِدِينَ
Namoota wantoota isaanii irraa hin hir’isinaa; badii hojjattoota taataniis dechii keessa badiin hin deeminaa
184وَاتَّقُوا الَّذِي خَلَقَكُمْ وَالْجِبِلَّةَ الْأَوَّلِينَ
Isa isiniifi dhaloota duraanii uume sodaadhaa.”
185قَالُوا إِنَّمَا أَنتَ مِنَ الْمُسَحَّرِينَ
[Isaan] ni jedhan: “Ati namoota sihriin (falfalli) baay’een itti godhame irraa isa tokkoodha
186وَمَا أَنتَ إِلَّا بَشَرٌ مِّثْلُنَا وَإِن نَّظُنُّكَ لَمِنَ الْكَاذِبِينَ
Ati nama fakkii keenyaa malee (uumaa biroo) hin taane; nutis sobdoota irraa ta’uu si yaadna
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
184Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 184

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 184 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa isiniifi dhaloota duraanii uume sodaadhaa.”

Suuratu Aayah 184/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 182–186. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers