Ash-Shu'ara · 209/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
ذِكْرَىٰ وَمَا كُنَّا ظَالِمِينَ ۝٢٠٩
Zikraa wa maa kunnaa zaalimeen
📖 Afaan Oromoon
[Kun] yaadachiisa; Nuti miidhaa hojjattoota hin taane

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 207-211 — Suuratu Ash-Shu'ara

207مَا أَغْنَىٰ عَنْهُم مَّا كَانُوا يُمَتَّعُونَ
Wanti isaan ittiin qanani’aa turan [adaba Rabbii irraa] maal isaan irraa deebisa
208وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا لَهَا مُنذِرُونَ
Magaalaa tokkollee akeekkachiisaan isaaniif jiraatu malee isaan hin balleessine
209ذِكْرَىٰ وَمَا كُنَّا ظَالِمِينَ
[Kun] yaadachiisa; Nuti miidhaa hojjattoota hin taane
210وَمَا تَنَزَّلَتْ بِهِ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonnis isaan [Qur’aanaan] hin buune
211وَمَا يَنبَغِي لَهُمْ وَمَا يَسْتَطِيعُونَ
Isaaniifis hin malu[Isa fiduu] hin danda’anus
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
209Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 209

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 209 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Kun] yaadachiisa; Nuti miidhaa hojjattoota hin taane

Suuratu Aayah 209/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 207–211. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Thursday, October 1, 2026

Don't forget us in your sincere prayers