Ash-Shu'ara · 210/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
وَمَا تَنَزَّلَتْ بِهِ الشَّيَاطِينُ ۝٢١٠
Wa maa tanazzalat bihish Shayaateen
📖 Afaan Oromoon
Sheyxaanonnis isaan [Qur’aanaan] hin buune

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 208-212 — Suuratu Ash-Shu'ara

208وَمَا أَهْلَكْنَا مِن قَرْيَةٍ إِلَّا لَهَا مُنذِرُونَ
Magaalaa tokkollee akeekkachiisaan isaaniif jiraatu malee isaan hin balleessine
209ذِكْرَىٰ وَمَا كُنَّا ظَالِمِينَ
[Kun] yaadachiisa; Nuti miidhaa hojjattoota hin taane
210وَمَا تَنَزَّلَتْ بِهِ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonnis isaan [Qur’aanaan] hin buune
211وَمَا يَنبَغِي لَهُمْ وَمَا يَسْتَطِيعُونَ
Isaaniifis hin malu[Isa fiduu] hin danda’anus
212إِنَّهُمْ عَنِ السَّمْعِ لَمَعْزُولُونَ
Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
210Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 210

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 210 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sheyxaanonnis isaan [Qur’aanaan] hin buune

Suuratu Aayah 210/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 208–212. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers