Ash-Shu'ara · 213/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
فَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَتَكُونَ مِنَ الْمُعَذَّبِينَ ۝٢١٣
Falaa tad`u ma`al laahi ilaahan aakhara fatakoona minal mu`azzabeen
📖 Afaan Oromoon
Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman irraa taata

🎧 Caqasi


📜 Aayah 211-215 — Ash-Shu'ara

211وَمَا يَنبَغِي لَهُمْ وَمَا يَسْتَطِيعُونَ
Isaaniifis hin malu[Isa fiduu] hin danda’anus
212إِنَّهُمْ عَنِ السَّمْعِ لَمَعْزُولُونَ
Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha
213فَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَتَكُونَ مِنَ الْمُعَذَّبِينَ
Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman irraa taata
214وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi
215وَاخْفِضْ جَنَاحَكَ لِمَنِ اتَّبَعَكَ مِنَ الْمُؤْمِنِينَ
Mu’uminoota irraa nama si hordofeef nyaara (kooluu) kee gadi qabi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
213Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 213

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 213 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman…

Suuratu Aayah 213/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 211–215. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers