Ash-Shu'ara · 212/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
إِنَّهُمْ عَنِ السَّمْعِ لَمَعْزُولُونَ ۝٢١٢
Innahum `anis sam`i lama`zooloon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 210-214 — Ash-Shu'ara

210وَمَا تَنَزَّلَتْ بِهِ الشَّيَاطِينُ
Sheyxaanonnis isaan [Qur’aanaan] hin buune
211وَمَا يَنبَغِي لَهُمْ وَمَا يَسْتَطِيعُونَ
Isaaniifis hin malu[Isa fiduu] hin danda’anus
212إِنَّهُمْ عَنِ السَّمْعِ لَمَعْزُولُونَ
Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha
213فَلَا تَدْعُ مَعَ اللَّهِ إِلَٰهًا آخَرَ فَتَكُونَ مِنَ الْمُعَذَّبِينَ
Rabbii waliin gooftaa biraa hin kadhatin[Yoo akkas goote] warra adabaman irraa taata
214وَأَنذِرْ عَشِيرَتَكَ الْأَقْرَبِينَ
Firoota kee dhihoo ta’an akeekkachiisi
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
212Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 212

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 212 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan isa dhagahuu irraa fageeffamoodha

Suuratu Aayah 212/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 210–214. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers