Ash-Shu'ara · 71/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
قَالُوا نَعْبُدُ أَصْنَامًا فَنَظَلُّ لَهَا عَاكِفِينَ ۝٧١
Qaaloo na`budu asnaaman fanazallu lahaa `aakifeen
📖 Afaan Oromoon
“Taabotawwan gabbarra; ishee [gabbaruu] irras warra turu taane” jedhan

🎧 Caqasi


📜 Aayah 69-73 — Suuratu Ash-Shu'ara

69وَاتْلُ عَلَيْهِمْ نَبَأَ إِبْرَاهِيمَ
Seenaa Ibraahimis isaan irratti dubbisi
70إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَا تَعْبُدُونَ
Yeroo inni abbaafi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
71قَالُوا نَعْبُدُ أَصْنَامًا فَنَظَلُّ لَهَا عَاكِفِينَ
“Taabotawwan gabbarra; ishee [gabbaruu] irras warra turu taane” jedhan
72قَالَ هَلْ يَسْمَعُونَكُمْ إِذْ تَدْعُونَ
[Ibraahiim] ni jedhe: “sila yeroo isaan waammattan isin dhagahanii
73أَوْ يَنفَعُونَكُمْ أَوْ يَضُرُّونَ
Yookiinis isin fayyaduu? Yookiinis isin miidhuu?”
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
71Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 71

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 71 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Taabotawwan gabbarra; ishee [gabbaruu] irras warra turu taane” jedhan

Suuratu Aayah 71/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 69–73. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers