Ash-Shu'ara · 72/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
قَالَ هَلْ يَسْمَعُونَكُمْ إِذْ تَدْعُونَ ۝٧٢
Qaala hal yasma`oona kum iz tad`oon
📖 Afaan Oromoon
[Ibraahiim] ni jedhe: “sila yeroo isaan waammattan isin dhagahanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 70-74 — Ash-Shu'ara

70إِذْ قَالَ لِأَبِيهِ وَقَوْمِهِ مَا تَعْبُدُونَ
Yeroo inni abbaafi ummata isaatiin “maal gabbartu?” jedhe
71قَالُوا نَعْبُدُ أَصْنَامًا فَنَظَلُّ لَهَا عَاكِفِينَ
“Taabotawwan gabbarra; ishee [gabbaruu] irras warra turu taane” jedhan
72قَالَ هَلْ يَسْمَعُونَكُمْ إِذْ تَدْعُونَ
[Ibraahiim] ni jedhe: “sila yeroo isaan waammattan isin dhagahanii
73أَوْ يَنفَعُونَكُمْ أَوْ يَضُرُّونَ
Yookiinis isin fayyaduu? Yookiinis isin miidhuu?”
74قَالُوا بَلْ وَجَدْنَا آبَاءَنَا كَذَٰلِكَ يَفْعَلُونَ
[Isaanis] “Lakkisaa; abbootii keenya akkas kan dalagan agarre” jedhan
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
72Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 72

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 72 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : [Ibraahiim] ni jedhe: “sila yeroo isaan waammattan isin dhagahanii

Suuratu Aayah 72/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 70–74. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers