Aal-Imran · 25/200
Hiikkaa Sagaleeffama — Aal-Imran
فَكَيْفَ إِذَا جَمَعْنَاهُمْ لِيَوْمٍ لَّا رَيْبَ فِيهِ وَوُفِّيَتْ كُلُّ نَفْسٍ مَّا كَسَبَتْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ ۝٢٥
Fakaifa izaa jama`naahum li Yawmil laa raiba fee wa wuffiyat kullu nafsim maa kasabat wa hum laa yuzlamoon
📖 Afaan Oromoon
Sila yeroo Nuti guyyaa mamii hin qabneef walitti isaan qabnee lubbuun hundi waan hojjatte guutuutti argatte akkam ta’u? Garuu isaan hin miidhamanu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 23-27 — Aal-Imran

23أَلَمْ تَرَ إِلَى الَّذِينَ أُوتُوا نَصِيبًا مِّنَ الْكِتَابِ يُدْعَوْنَ إِلَىٰ كِتَابِ اللَّهِ لِيَحْكُمَ بَيْنَهُمْ ثُمَّ يَتَوَلَّىٰ فَرِيقٌ مِّنْهُمْ وَهُم مُّعْرِضُونَ
Sila gara isaan kitaaba irraa qoodni wahii isaaniif kennamee hin ilaallee? Akka jidduu isaaniitti murteessuuf gara kitaaba Rabbii waamamanii ergasii gareen isaan irraa ta’e didaa ta’ee gara gala
24ذَٰلِكَ بِأَنَّهُمْ قَالُوا لَن تَمَسَّنَا النَّارُ إِلَّا أَيَّامًا مَّعْدُودَاتٍ ۖ وَغَرَّهُمْ فِي دِينِهِم مَّا كَانُوا يَفْتَرُونَ
Kun waan isaan “ibiddi guyyoota lakkaa’amtuu malee nu hin tuqxu” jedhaniifiKijibni isaan [of biraa] uumaa turan amantii isaanii keessatti isaan gowwoomse
25فَكَيْفَ إِذَا جَمَعْنَاهُمْ لِيَوْمٍ لَّا رَيْبَ فِيهِ وَوُفِّيَتْ كُلُّ نَفْسٍ مَّا كَسَبَتْ وَهُمْ لَا يُظْلَمُونَ
Sila yeroo Nuti guyyaa mamii hin qabneef walitti isaan qabnee lubbuun hundi waan hojjatte guutuutti argatte akkam ta’u? Garuu isaan hin miidhamanu
26قُلِ اللَّهُمَّ مَالِكَ الْمُلْكِ تُؤْتِي الْمُلْكَ مَن تَشَاءُ وَتَنزِعُ الْمُلْكَ مِمَّن تَشَاءُ وَتُعِزُّ مَن تَشَاءُ وَتُذِلُّ مَن تَشَاءُ ۖ بِيَدِكَ الْخَيْرُ ۖ إِنَّكَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ قَدِيرٌ
[Yaa Muhammad!] jedhi: "yaa Rabbii abbaa mootummaa taate! Mootummaa nama feeteef kennita; nama feete irraa immoo mootummaa mulqitaNama feetes ni jabeessitaNama feetes ni xiqqeessitaToltuun hundi harka kee jiraDhugumatti Ati waan hunda irratti danda’aadha
27تُولِجُ اللَّيْلَ فِي النَّهَارِ وَتُولِجُ النَّهَارَ فِي اللَّيْلِ ۖ وَتُخْرِجُ الْحَيَّ مِنَ الْمَيِّتِ وَتُخْرِجُ الْمَيِّتَ مِنَ الْحَيِّ ۖ وَتَرْزُقُ مَن تَشَاءُ بِغَيْرِ حِسَابٍ
Halkan guyyaa keessa seensiftaGuyyaas halkan keessa seensiftaDu’aa irraas jiraa baaftaJiraa irraas du’aa baaftaNama feetes herrega malee soorta" [jedhi]
Aal-ImranTarreeffama Qur'ana
200Aayah
MedinanRevelation
25Aayah

Hiikkaa — Aal-Imran 25

Suuratu Aal-Imran Aayah 25 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila yeroo Nuti guyyaa mamii hin qabneef walitti isaan qabnee…

Suuratu Aayah 25/200 — Aal-Imran آل عمران (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Aal-Imran Caqasi, Aal-Imran Hiikkaa, Aal-Imran mp3, Aal-Imran pdf. Aayah 23–27. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers