Al-Ahzab · 42/73
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ahzab
وَسَبِّحُوهُ بُكْرَةً وَأَصِيلًا ۝٤٢
Wa sabbihoohu bukratanw wa aseela
📖 Afaan Oromoon
Ganamaafi galgalas faaruudhaan Isa qulqulleessaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 40-44 — Suuratu Al-Ahzab

40مَّا كَانَ مُحَمَّدٌ أَبَا أَحَدٍ مِّن رِّجَالِكُمْ وَلَٰكِن رَّسُولَ اللَّهِ وَخَاتَمَ النَّبِيِّينَ ۗ وَكَانَ اللَّهُ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمًا
Muhammad dhiirota keessan irraa abbaa nama tokkoos hin taaneGaruu inni ergamaa Rabbiitiifi xumura nabiyyootaa ta’eeraRabbiinis waan hunda beekaa ta’eera
41يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا اذْكُرُوا اللَّهَ ذِكْرًا كَثِيرًا
Yaa warra amantan! Faaruu baay’ee Allaah faarsaa
42وَسَبِّحُوهُ بُكْرَةً وَأَصِيلًا
Ganamaafi galgalas faaruudhaan Isa qulqulleessaa
43هُوَ الَّذِي يُصَلِّي عَلَيْكُمْ وَمَلَائِكَتُهُ لِيُخْرِجَكُم مِّنَ الظُّلُمَاتِ إِلَى النُّورِ ۚ وَكَانَ بِالْمُؤْمِنِينَ رَحِيمًا
Inni (Rabbiin) Isa rahmata isin irratti buusuudhaMaleykonni Isaas (akkasuma rahmata isiniif kadhatu); dukkana keessaa gara ifaatti isin baasuuf (isin mararfata); mu’uminootaafis akkaan rahmata godhaa ta’eera
44تَحِيَّتُهُمْ يَوْمَ يَلْقَوْنَهُ سَلَامٌ ۚ وَأَعَدَّ لَهُمْ أَجْرًا كَرِيمًا
Guyyaa Isa qunnaman wanti isaan ittiin wal kabajan ‘nagaan (isin irra haa jiraatuu)’dha(Allaahnis) mindaa gaarii ta’e isaaniif qopheesseera
Al-AhzabTarreeffama Qur'ana
73Aayah
MedinanRevelation
42Aayah

Hiikkaa — Al-Ahzab 42

Suuratu Al-Ahzab Aayah 42 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ganamaafi galgalas faaruudhaan Isa qulqulleessaa

Suuratu Aayah 42/73 — Suuratu Al-Ahzab الأحزاب (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ahzab Caqasi, Suuratu Al-Ahzab Hiikkaa, Suuratu Al-Ahzab mp3, Suuratu Al-Ahzab pdf. Aayah 40–44. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers