As-Saffat · 119/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
وَتَرَكْنَا عَلَيْهِمَا فِي الْآخِرِينَ ۝١١٩
Wa taraknaa `alaihimaa fil aakhireen
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra

🎧 Caqasi


📜 Aayah 117-121 — Suuratu As-Saffat

117وَآتَيْنَاهُمَا الْكِتَابَ الْمُسْتَبِينَ
Kitaaba ifa ta’e isaaniif kennine
118وَهَدَيْنَاهُمَا الصِّرَاطَ الْمُسْتَقِيمَ
Karaa qajeelaa isaan qajeelchine
119وَتَرَكْنَا عَلَيْهِمَا فِي الْآخِرِينَ
Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra
120سَلَامٌ عَلَىٰ مُوسَىٰ وَهَارُونَ
Nageenyi Muusaafi Haaruun irra haa jiraatu
121إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti toltuu hojjattoota mindeessina
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
119Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 119

Suuratu As-Saffat Aayah 119 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaaniif dhaloota boodaa keessatti (yaadannoo gaarii) dhiifnee jirra

Suuratu Aayah 119/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 117–121. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers