As-Saffat · 141/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ ۝١٤١
Fasaahama fakaana minal mudhadeen
📖 Afaan Oromoon
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e

🎧 Caqasi


📜 Aayah 139-143 — Suuratu As-Saffat

139وَإِنَّ يُونُسَ لَمِنَ الْمُرْسَلِينَ
Dhugumatti, (nabi) Yuunusis ergamtoota irraayi
140إِذْ أَبَقَ إِلَى الْفُلْكِ الْمَشْحُونِ
Yeroo gara doonii (fe’isaan) guutamee sokke [yaadadhu]
141فَسَاهَمَ فَكَانَ مِنَ الْمُدْحَضِينَ
(Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa ta’e
142فَالْتَقَمَهُ الْحُوتُ وَهُوَ مُلِيمٌ
Haala komatamaa ta’een qurxummiin isa liqimse
143فَلَوْلَا أَنَّهُ كَانَ مِنَ الْمُسَبِّحِينَ
Odoo inni warra Rabbiin qulqulleessan irraa ta’uu baatee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
141Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 141

Suuratu As-Saffat Aayah 141 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Namoota doonii waliin) carraa kaasee, warra carraan itti ba’e irraa…

Suuratu Aayah 141/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 139–143. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers