As-Saffat · 148/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ ۝١٤٨
Fa aamanoo famatta` naahum ilaa heen
📖 Afaan Oromoon
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 146-150 — Suuratu As-Saffat

146وَأَنبَتْنَا عَلَيْهِ شَجَرَةً مِّن يَقْطِينٍ
Muka buqqee irraa ta’e isa irratti biqilchine
147وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine
148فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne
149فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”
150أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
148Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 148

Suuratu As-Saffat Aayah 148 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne

Suuratu Aayah 148/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 146–150. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers