As-Saffat · 149/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ ۝١٤٩
Fastaftihim ali Rabbikal banaatu wa lahumul banoon
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 147-151 — As-Saffat

147وَأَرْسَلْنَاهُ إِلَىٰ مِائَةِ أَلْفٍ أَوْ يَزِيدُونَ
Gara (namoota) kuma dhibbaa yookiin sanarra dabalaniitti isa ergine
148فَآمَنُوا فَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Achumaan amannaan hanga yeroo murtaa’eetti isaan qanansiifne
149فَاسْتَفْتِهِمْ أَلِرَبِّكَ الْبَنَاتُ وَلَهُمُ الْبَنُونَ
(Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti, isaaniif immoo ilmaan dhiiraa ta’anii?”
150أَمْ خَلَقْنَا الْمَلَائِكَةَ إِنَاثًا وَهُمْ شَاهِدُونَ
Moo isaanii argani malaykota dubara uumnee
151أَلَا إِنَّهُم مِّنْ إِفْكِهِمْ لَيَقُولُونَ
Dhagaayaa! Isaan soba isaanii irraa ni jedhu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
149Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 149

Suuratu As-Saffat Aayah 149 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) isaan gaafadhu: “Sila Gooftaa keetiif ilmaan dubaraa ta’aniiti,…

Suuratu Aayah 149/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 147–151. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers