As-Saffat · 168/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
لَوْ أَنَّ عِندَنَا ذِكْرًا مِّنَ الْأَوَّلِينَ ۝١٦٨
Law anna `indana zikram minal awwaleen
📖 Afaan Oromoon
“Odoo yaadannoo warra durii keessaa tokko nu bira jiraatee

🎧 Caqasi


📜 Aayah 166-170 — Suuratu As-Saffat

166وَإِنَّا لَنَحْنُ الْمُسَبِّحُونَ
Nuti dhugumatti Rabbiin qulqullessoodha
167وَإِن كَانُوا لَيَقُولُونَ
Isaan (mushrikoonni Makkaa) ni jedhu
168لَوْ أَنَّ عِندَنَا ذِكْرًا مِّنَ الْأَوَّلِينَ
“Odoo yaadannoo warra durii keessaa tokko nu bira jiraatee
169لَكُنَّا عِبَادَ اللَّهِ الْمُخْلَصِينَ
Silaa dhugumatti gabroota Rabbii qulqulleeffamoo taana turre.”
170فَكَفَرُوا بِهِ ۖ فَسَوْفَ يَعْلَمُونَ
(Qur’aanni itti dhufnaan) isatti kafaranFuula dura beekuuf jiraatu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
168Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 168

Suuratu As-Saffat Aayah 168 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Odoo yaadannoo warra durii keessaa tokko nu bira jiraatee

Suuratu Aayah 168/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 166–170. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers