As-Saffat · 17/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ ۝١٧
Awa aabaa`unal awwaloon
📖 Afaan Oromoon
Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — As-Saffat

15وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan
16أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa
17أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo
18قُلْ نَعَمْ وَأَنتُمْ دَاخِرُونَ
(Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin
19فَإِنَّمَا هِيَ زَجْرَةٌ وَاحِدَةٌ فَإِذَا هُمْ يَنظُرُونَ
Isheen iyyansa tokko qofa; yeroo san isaan ni ilaalu
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 17

Suuratu As-Saffat Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo

Suuratu Aayah 17/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers