As-Saffat · 16/182
Hiikkaa Sagaleeffama — As-Saffat
أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ ۝١٦
A-izaa mitnaa wa kunnaa turaabanw wa `izaaman `ainnaa lamab`oosoon
📖 Afaan Oromoon
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — As-Saffat

14وَإِذَا رَأَوْا آيَةً يَسْتَسْخِرُونَ
Yeroo mallattoo arganis ni baacu
15وَقَالُوا إِنْ هَٰذَا إِلَّا سِحْرٌ مُّبِينٌ
“Kun Sihrii ifa galaadha malee waan biraatii miti” jadhan
16أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa
17أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo
18قُلْ نَعَمْ وَأَنتُمْ دَاخِرُونَ
(Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 16

Suuratu As-Saffat Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa

Suuratu Aayah 16/182 — As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: As-Saffat Caqasi, As-Saffat Hiikkaa, As-Saffat mp3, As-Saffat pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers