As-Saffat · 18/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
قُلْ نَعَمْ وَأَنتُمْ دَاخِرُونَ ۝١٨
Qul na`am wa antum daakhiroon
📖 Afaan Oromoon
(Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin

🎧 Caqasi


📜 Aayah 16-20 — Suuratu As-Saffat

16أَإِذَا مِتْنَا وَكُنَّا تُرَابًا وَعِظَامًا أَإِنَّا لَمَبْعُوثُونَ
“Sila erga duunee, biyyeefi lafee taanee booda, nuti kaafamnaa
17أَوَآبَاؤُنَا الْأَوَّلُونَ
Abbootiin keenya kan jalqabaatis moo
18قُلْ نَعَمْ وَأَنتُمْ دَاخِرُونَ
(Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin
19فَإِنَّمَا هِيَ زَجْرَةٌ وَاحِدَةٌ فَإِذَا هُمْ يَنظُرُونَ
Isheen iyyansa tokko qofa; yeroo san isaan ni ilaalu
20وَقَالُوا يَا وَيْلَنَا هَٰذَا يَوْمُ الدِّينِ
“Yaa badii keenya! Kun guyyaa murtiiti” jedhan
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 18

Suuratu As-Saffat Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yaa Muhammad!) “eeyyeen; xiqqaatoo taatanii (kaafamtu)” jedhiin

Suuratu Aayah 18/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers