As-Saffat · 90/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَتَوَلَّوْا عَنْهُ مُدْبِرِينَ ۝٩٠
Fatawallaw `anhu mudbireen
📖 Afaan Oromoon
Isa irraa gara galanii deeman

🎧 Caqasi


📜 Aayah 88-92 — Suuratu As-Saffat

88فَنَظَرَ نَظْرَةً فِي النُّجُومِ
Achumaan urjiiwwan keessa ilaalcha tokko ilaale
89فَقَالَ إِنِّي سَقِيمٌ
Ergasii “ani dhukkubsataadha” jedhe
90فَتَوَلَّوْا عَنْهُ مُدْبِرِينَ
Isa irraa gara galanii deeman
91فَرَاغَ إِلَىٰ آلِهَتِهِمْ فَقَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ
Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen
92مَا لَكُمْ لَا تَنطِقُونَ
Maal taatanii hin dubbanne
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
90Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 90

Suuratu As-Saffat Aayah 90 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isa irraa gara galanii deeman

Suuratu Aayah 90/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 88–92. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers