As-Saffat · 91/182
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu As-Saffat
فَرَاغَ إِلَىٰ آلِهَتِهِمْ فَقَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ ۝٩١
Faraagha ilaaa aalihatihim faqaala alaa taakuloon
📖 Afaan Oromoon
Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 89-93 — Suuratu As-Saffat

89فَقَالَ إِنِّي سَقِيمٌ
Ergasii “ani dhukkubsataadha” jedhe
90فَتَوَلَّوْا عَنْهُ مُدْبِرِينَ
Isa irraa gara galanii deeman
91فَرَاغَ إِلَىٰ آلِهَتِهِمْ فَقَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ
Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen
92مَا لَكُمْ لَا تَنطِقُونَ
Maal taatanii hin dubbanne
93فَرَاغَ عَلَيْهِمْ ضَرْبًا بِالْيَمِينِ
Ergasii isaan irratti mirgaan rukuttaa irratti raawwate
As-SaffatTarreeffama Qur'ana
182Aayah
MeccanRevelation
91Aayah

Hiikkaa — As-Saffat 91

Suuratu As-Saffat Aayah 91 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii inni gara gabbaramtoota isaanii maqee “sila hin nyaattanuu?” jedheen

Suuratu Aayah 91/182 — Suuratu As-Saffat الصافات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu As-Saffat Caqasi, Suuratu As-Saffat Hiikkaa, Suuratu As-Saffat mp3, Suuratu As-Saffat pdf. Aayah 89–93. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers