Sad · 38/88
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Sad
وَآخَرِينَ مُقَرَّنِينَ فِي الْأَصْفَادِ ۝٣٨
Wa aakhareena muqarraneena fil asfaad
📖 Afaan Oromoon
Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 36-40 — Suuratu Sad

36فَسَخَّرْنَا لَهُ الرِّيحَ تَجْرِي بِأَمْرِهِ رُخَاءً حَيْثُ أَصَابَ
Qilleensi isaaf laaffifnee, ajaja isaatiin laaftuu taatee gara inni fedhetti deemti
37وَالشَّيَاطِينَ كُلَّ بَنَّاءٍ وَغَوَّاصٍ
Shayxaanotas isaan akkaan ijaaraniifi bishaan keessa akkaan lixan hunda (isaaf laaffifne)
38وَآخَرِينَ مُقَرَّنِينَ فِي الْأَصْفَادِ
Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne)
39هَٰذَا عَطَاؤُنَا فَامْنُنْ أَوْ أَمْسِكْ بِغَيْرِ حِسَابٍ
“Kun kennaa keenyaa, kenni! yookiin dhorgadhu! herregni homaatuu sirra hin jiru” (janneen)
40وَإِنَّ لَهُ عِندَنَا لَزُلْفَىٰ وَحُسْنَ مَآبٍ
Dhugumatti, isaafis Nu bira dhihaannaafi deebii gaarii ta’etu jira
SadTarreeffama Qur'ana
88Aayah
MeccanRevelation
38Aayah

Hiikkaa — Sad 38

Suuratu Sad Aayah 38 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warri biroos kan diriin walitti hidhaman (isaaf laaffifne)

Suuratu Aayah 38/88 — Suuratu Sad ص (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Sad Caqasi, Suuratu Sad Hiikkaa, Suuratu Sad mp3, Suuratu Sad pdf. Aayah 36–40. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers