An-Nisa · 108/176
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Nisa
يَسْتَخْفُونَ مِنَ النَّاسِ وَلَا يَسْتَخْفُونَ مِنَ اللَّهِ وَهُوَ مَعَهُمْ إِذْ يُبَيِّتُونَ مَا لَا يَرْضَىٰ مِنَ الْقَوْلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطًا ۝١٠٨
Yastakhfoona minannaasi wa laa yastakh foona minal laahi wa huwa ma`ahum iz yubaiyitoona maa laa yardaa minal qawl; wa kaanal laahu bimaa ya`maloona muheetaa
📖 Afaan Oromoon
Nama irraa ni dhokatu; haala inni yeroo isaan jecha irraa waan inni hin jaalanne bulfatan isaanii wajjin jiruun Rabbi irraa hin dhokatanuRabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaa taeera

🎧 Caqasi


📜 Aayah 106-110 — Suuratu An-Nisa

106وَاسْتَغْفِرِ اللَّهَ ۖ إِنَّ اللَّهَ كَانَ غَفُورًا رَّحِيمًا
Rabbiin araarama kadhuDhugumatti Rabbiin akkaan araaramaa, akkaan rahmata godhaa taeera
107وَلَا تُجَادِلْ عَنِ الَّذِينَ يَخْتَانُونَ أَنفُسَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ لَا يُحِبُّ مَن كَانَ خَوَّانًا أَثِيمًا
Isaan lubbuu isaanii ganan irraas hin falminDhugumatti Rabbiin nama akkaan ganaa dilaawaa ta’e hin jaalatu
108يَسْتَخْفُونَ مِنَ النَّاسِ وَلَا يَسْتَخْفُونَ مِنَ اللَّهِ وَهُوَ مَعَهُمْ إِذْ يُبَيِّتُونَ مَا لَا يَرْضَىٰ مِنَ الْقَوْلِ ۚ وَكَانَ اللَّهُ بِمَا يَعْمَلُونَ مُحِيطًا
Nama irraa ni dhokatu; haala inni yeroo isaan jecha irraa waan inni hin jaalanne bulfatan isaanii wajjin jiruun Rabbi irraa hin dhokatanuRabbiin waan isaan dalagan (beekumsa Isaatiin) marsaa taeera
109هَا أَنتُمْ هَٰؤُلَاءِ جَادَلْتُمْ عَنْهُمْ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا فَمَن يُجَادِلُ اللَّهَ عَنْهُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ أَم مَّن يَكُونُ عَلَيْهِمْ وَكِيلًا
Dhagaaa! Isin warri kun jireenya addunyaa keessatti isaan irraa falmitanii, Guyyaa Qiyaamaa immoo eenyutu isaan irraa falma? Yookiin eenyutu isaan irratti tiksaa taa
110وَمَن يَعْمَلْ سُوءًا أَوْ يَظْلِمْ نَفْسَهُ ثُمَّ يَسْتَغْفِرِ اللَّهَ يَجِدِ اللَّهَ غَفُورًا رَّحِيمًا
Namni hamtuu hojjatee yookiin lubbuu isaa miidhee ergasii Rabbiin araarama kadhate, Rabbiin araaramaa, rahmata godhaa ta’uu arga
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
108Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 108

Suuratu An-Nisa Aayah 108 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama irraa ni dhokatu; haala inni yeroo isaan jecha irraa…

Suuratu Aayah 108/176 — Suuratu An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Nisa Caqasi, Suuratu An-Nisa Hiikkaa, Suuratu An-Nisa mp3, Suuratu An-Nisa pdf. Aayah 106–110. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers