An-Nisa · 32/176
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nisa
وَلَا تَتَمَنَّوْا مَا فَضَّلَ اللَّهُ بِهِ بَعْضَكُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ ۚ لِّلرِّجَالِ نَصِيبٌ مِّمَّا اكْتَسَبُوا ۖ وَلِلنِّسَاءِ نَصِيبٌ مِّمَّا اكْتَسَبْنَ ۚ وَاسْأَلُوا اللَّهَ مِن فَضْلِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمًا ۝٣٢
Wa laa tatamannaw maa faddalal laahu bihee ba`dakum `alaa ba`d; lirrijaali naseebum mimak tasaboo wa linnisaaa`i naseebum mimmak tasabna; was`alullaaha min fadlih; innal laaha kaana bikulli shai`in `Aleemaa
📖 Afaan Oromoon
Wantoota Rabbiin garii keessan garii irra ittiin caalchises hin hawwinaaDhiirotaafis qooda waan isaan hojjatan irraa ta’etu jiraDubartootaafis qooda waan isaan hojjatan irraa ta’etu jiraRabbiin tola Isaa irraa kadhaaDhugumatti Rabbiin waan hunda beekaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 30-34 — An-Nisa

30وَمَن يَفْعَلْ ذَٰلِكَ عُدْوَانًا وَظُلْمًا فَسَوْفَ نُصْلِيهِ نَارًا ۚ وَكَانَ ذَٰلِكَ عَلَى اللَّهِ يَسِيرًا
Namni daangaa dabruufi miidhaaf kana dalage, fuulduratti ibidda isa seensifnaKunis Rabbirratti salphaadha
31إِن تَجْتَنِبُوا كَبَائِرَ مَا تُنْهَوْنَ عَنْهُ نُكَفِّرْ عَنكُمْ سَيِّئَاتِكُمْ وَنُدْخِلْكُم مُّدْخَلًا كَرِيمًا
Yoo badii gugurdoo irraa dhorgamtan irraa fagaattan, badii (xixiqqaa) keessan isin irraa haqnee, seensa kabajaa qabus isin seensifna
32وَلَا تَتَمَنَّوْا مَا فَضَّلَ اللَّهُ بِهِ بَعْضَكُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ ۚ لِّلرِّجَالِ نَصِيبٌ مِّمَّا اكْتَسَبُوا ۖ وَلِلنِّسَاءِ نَصِيبٌ مِّمَّا اكْتَسَبْنَ ۚ وَاسْأَلُوا اللَّهَ مِن فَضْلِهِ ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ بِكُلِّ شَيْءٍ عَلِيمًا
Wantoota Rabbiin garii keessan garii irra ittiin caalchises hin hawwinaaDhiirotaafis qooda waan isaan hojjatan irraa ta’etu jiraDubartootaafis qooda waan isaan hojjatan irraa ta’etu jiraRabbiin tola Isaa irraa kadhaaDhugumatti Rabbiin waan hunda beekaadha
33وَلِكُلٍّ جَعَلْنَا مَوَالِيَ مِمَّا تَرَكَ الْوَالِدَانِ وَالْأَقْرَبُونَ ۚ وَالَّذِينَ عَقَدَتْ أَيْمَانُكُمْ فَآتُوهُمْ نَصِيبَهُمْ ۚ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَلَىٰ كُلِّ شَيْءٍ شَهِيدًا
Hunda isaaniitiifiis (dhiiraafi dubartiif) waan abbaa haatiniifi firoonni dhiisan irraa dhaala taasifnee jirraIsaan kakuun keessan (firummaan) hiites qooda isaanii isaaniif kennaaDhugumatti Rabbiin waan hunda irratti ragaadha
34الرِّجَالُ قَوَّامُونَ عَلَى النِّسَاءِ بِمَا فَضَّلَ اللَّهُ بَعْضَهُمْ عَلَىٰ بَعْضٍ وَبِمَا أَنفَقُوا مِنْ أَمْوَالِهِمْ ۚ فَالصَّالِحَاتُ قَانِتَاتٌ حَافِظَاتٌ لِّلْغَيْبِ بِمَا حَفِظَ اللَّهُ ۚ وَاللَّاتِي تَخَافُونَ نُشُوزَهُنَّ فَعِظُوهُنَّ وَاهْجُرُوهُنَّ فِي الْمَضَاجِعِ وَاضْرِبُوهُنَّ ۖ فَإِنْ أَطَعْنَكُمْ فَلَا تَبْغُوا عَلَيْهِنَّ سَبِيلًا ۗ إِنَّ اللَّهَ كَانَ عَلِيًّا كَبِيرًا
Dhiironni dhimma dubartootatiin dhaabbatoodha; (kunis) waan Rabbiin garii isaanii garii irra caalchiseefi qabeenya isaanii irraas waan kennaniifiDubartoonni gaggaariin (Rabbiifi dhirsa isaaniitiif) ajajamoodha; fagoottis waan Rabbiin isaan eegsise tiksitootaIsaan finciluu isaanii sodaattan immoo isaan gorsaa; (itti aansun) ciisa keessatti isaaniin oodaa; (dhuma irratti yoo sirraauu didan) isaan rukutaaYoo isaan isiniin ajajaman isaan irratti karaa hin barbaadinaaDhugumatti Rabbiin ol ta’aa, guddaadha
An-NisaTarreeffama Qur'ana
176Aayah
MedinanRevelation
32Aayah

Hiikkaa — An-Nisa 32

Suuratu An-Nisa Aayah 32 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Wantoota Rabbiin garii keessan garii irra ittiin caalchises hin hawwinaaDhiirotaafis…

Suuratu Aayah 32/176 — An-Nisa النساء (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nisa Caqasi, An-Nisa Hiikkaa, An-Nisa mp3, An-Nisa pdf. Aayah 30–34. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers