Ad-Dukhan · 21/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَإِن لَّمْ تُؤْمِنُوا لِي فَاعْتَزِلُونِ ۝٢١
Wa il lam tu`minoo lee fa`taziloon
📖 Afaan Oromoon
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Ad-Dukhan

19وَأَن لَّا تَعْلُوا عَلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي آتِيكُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
“Rabbi irratti hin booninaa; ani ragaa ifa ta’een isinitti dhufaadha” jachuunis
20وَإِنِّي عُذْتُ بِرَبِّي وَرَبِّكُمْ أَن تَرْجُمُونِ
“Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe
21وَإِن لَّمْ تُؤْمِنُوا لِي فَاعْتَزِلُونِ
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”
22فَدَعَا رَبَّهُ أَنَّ هَٰؤُلَاءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe)
23فَأَسْرِ بِعِبَادِي لَيْلًا إِنَّكُم مُّتَّبَعُونَ
(Rabbiin ni jedhe): “Gabroota kiyyaan halkaniin deemiDhugumatti isin hordofamtoota
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 21

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”

Suuratu Aayah 21/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers