Ad-Dukhan · 20/59
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ad-Dukhan
وَإِنِّي عُذْتُ بِرَبِّي وَرَبِّكُمْ أَن تَرْجُمُونِ ۝٢٠
Wa innee `uztu bi Rabbee wa rabbikum an tarjumoon
📖 Afaan Oromoon
“Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Ad-Dukhan

18أَنْ أَدُّوا إِلَيَّ عِبَادَ اللَّهِ ۖ إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
“Ani isiniif ergamaa amanamaadhaa, gabroota Rabbii gara kiyya kennaa!” jechuun (isaanitti dhufe)
19وَأَن لَّا تَعْلُوا عَلَى اللَّهِ ۖ إِنِّي آتِيكُم بِسُلْطَانٍ مُّبِينٍ
“Rabbi irratti hin booninaa; ani ragaa ifa ta’een isinitti dhufaadha” jachuunis
20وَإِنِّي عُذْتُ بِرَبِّي وَرَبِّكُمْ أَن تَرْجُمُونِ
“Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin maganfadhe
21وَإِن لَّمْ تُؤْمِنُوا لِي فَاعْتَزِلُونِ
Yoo naaf hin amanne narraa fagaadhaa.”
22فَدَعَا رَبَّهُ أَنَّ هَٰؤُلَاءِ قَوْمٌ مُّجْرِمُونَ
Gooftaa isaa ni kadhate: “Isaan kun ummata yakkamtoota” (jedhe)
Ad-DukhanTarreeffama Qur'ana
59Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Ad-Dukhan 20

Suuratu Ad-Dukhan Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Ani akka dhagaan tumtanii nan ajjeefne Gooftaa kiyyaafi Gooftaa keessanittin…

Suuratu Aayah 20/59 — Suuratu Ad-Dukhan الدخان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ad-Dukhan Caqasi, Suuratu Ad-Dukhan Hiikkaa, Suuratu Ad-Dukhan mp3, Suuratu Ad-Dukhan pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers