Adh-Dhariyat · 13/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
يَوْمَ هُمْ عَلَى النَّارِ يُفْتَنُونَ ۝١٣
Yawma hum `alan naari yuftanoon
📖 Afaan Oromoon
(Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Adh-Dhariyat

11الَّذِينَ هُمْ فِي غَمْرَةٍ سَاهُونَ
Isaan sun wallaaluma keessatti kan of dagataniidha
12يَسْأَلُونَ أَيَّانَ يَوْمُ الدِّينِ
“Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu
13يَوْمَ هُمْ عَلَى النَّارِ يُفْتَنُونَ
(Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha
14ذُوقُوا فِتْنَتَكُمْ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَسْتَعْجِلُونَ
“Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)
15إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَعُيُونٍ
Isaan Rabbiin sodaatan, jannataafi burqituuwwan keessa jiraatu
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 13

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha

Suuratu Aayah 13/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers