Adh-Dhariyat · 12/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
يَسْأَلُونَ أَيَّانَ يَوْمُ الدِّينِ ۝١٢
Yas`aloona ayyaana yawmud Deen
📖 Afaan Oromoon
“Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Adh-Dhariyat

10قُتِلَ الْخَرَّاصُونَ
Sobdoonni abaaramaniiru
11الَّذِينَ هُمْ فِي غَمْرَةٍ سَاهُونَ
Isaan sun wallaaluma keessatti kan of dagataniidha
12يَسْأَلُونَ أَيَّانَ يَوْمُ الدِّينِ
“Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu
13يَوْمَ هُمْ عَلَى النَّارِ يُفْتَنُونَ
(Inni) Guyyaa isaan ibidda irra fidamaniidha
14ذُوقُوا فِتْنَتَكُمْ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تَسْتَعْجِلُونَ
“Adaba keessan kan ariifataa turtan dhandhamaa” (isaaniin jedhama)
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 12

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Guyyaan mindaa yoomi?” (jechuun) gaafatu

Suuratu Aayah 12/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers