Adh-Dhariyat · 27/60
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Adh-Dhariyat
فَقَرَّبَهُ إِلَيْهِمْ قَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ ۝٢٧
Faqarrabahooo ilaihim qaala alaa taakuloon
📖 Afaan Oromoon
Isaanitti dhiyeesseeti “sila hin nyaattanuu?” jedhe

🎧 Caqasi


📜 Aayah 25-29 — Suuratu Adh-Dhariyat

25إِذْ دَخَلُوا عَلَيْهِ فَقَالُوا سَلَامًا ۖ قَالَ سَلَامٌ قَوْمٌ مُّنكَرُونَ
Yeroo isa irratti seenanii “Nagaa (si irratti buufna)” jedhan[Inni] “nageenyi (isin irras haa jiraatu); isin namoota ani hin beekneedha” jedheen
26فَرَاغَ إِلَىٰ أَهْلِهِ فَجَاءَ بِعِجْلٍ سَمِينٍ
Ergasii gara maatii isaa deebi’eeti mirgoo (jibicha) gabbataan dhufe
27فَقَرَّبَهُ إِلَيْهِمْ قَالَ أَلَا تَأْكُلُونَ
Isaanitti dhiyeesseeti “sila hin nyaattanuu?” jedhe
28فَأَوْجَسَ مِنْهُمْ خِيفَةً ۖ قَالُوا لَا تَخَفْ ۖ وَبَشَّرُوهُ بِغُلَامٍ عَلِيمٍ
Ergasii (yeroo nyaachuu dhabuu isaanii argu) isaan irraa sodaan isa qabeIsaan “hin sodaatin” jedhaniinIlma beekumsa qabuunis isa gammachiisan
29فَأَقْبَلَتِ امْرَأَتُهُ فِي صَرَّةٍ فَصَكَّتْ وَجْهَهَا وَقَالَتْ عَجُوزٌ عَقِيمٌ
Sana booda niitin isaa sagalee ol fuudhamaan haasa’aa dhufteFuula ishee dhadhayaa “Ani jaartii manguddoo maseena hoo (akkamittin daha)!” jette
Adh-DhariyatTarreeffama Qur'ana
60Aayah
MeccanRevelation
27Aayah

Hiikkaa — Adh-Dhariyat 27

Suuratu Adh-Dhariyat Aayah 27 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaanitti dhiyeesseeti “sila hin nyaattanuu?” jedhe

Suuratu Aayah 27/60 — Suuratu Adh-Dhariyat الذاريات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Adh-Dhariyat Caqasi, Suuratu Adh-Dhariyat Hiikkaa, Suuratu Adh-Dhariyat mp3, Suuratu Adh-Dhariyat pdf. Aayah 25–29. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers