At-Tur · 11/49
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu At-Tur
فَوَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ ۝١١
Fawailuny yawma `izil lil mukaazzibeen
📖 Afaan Oromoon
Warra guyyaa san kijibsiisaniif badii ibiddaatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 9-13 — Suuratu At-Tur

9يَوْمَ تَمُورُ السَّمَاءُ مَوْرًا
Guyyaa samiin socho’iinsa (hamaa) sochootu
10وَتَسِيرُ الْجِبَالُ سَيْرًا
(Guyyaa) gaarreenis deemicha deemtu
11فَوَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Warra guyyaa san kijibsiisaniif badii ibiddaatu jira
12الَّذِينَ هُمْ فِي خَوْضٍ يَلْعَبُونَ
(Isaan) warra soba keessa taphataniidha
13يَوْمَ يُدَعُّونَ إِلَىٰ نَارِ جَهَنَّمَ دَعًّا
Guyyaa humnaan gara ibidda jahannam oofamiinsa oofaman
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — At-Tur 11

Suuratu At-Tur Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra guyyaa san kijibsiisaniif badii ibiddaatu jira

Suuratu Aayah 11/49 — Suuratu At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu At-Tur Caqasi, Suuratu At-Tur Hiikkaa, Suuratu At-Tur mp3, Suuratu At-Tur pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers