At-Tur · 17/49
Hiikkaa Sagaleeffama — At-Tur
إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَنَعِيمٍ ۝١٧
Innal muttaqeena fee jannaatinw wa na`eem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, isaan Rabbiin sodaatan jannataafi qananii keessa jiraatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 15-19 — At-Tur

15أَفَسِحْرٌ هَٰذَا أَمْ أَنتُمْ لَا تُبْصِرُونَ
Sila kun falfala moo isinumatu hin argitanu
16اصْلَوْهَا فَاصْبِرُوا أَوْ لَا تَصْبِرُوا سَوَاءٌ عَلَيْكُمْ ۖ إِنَّمَا تُجْزَوْنَ مَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Ishee seenaa (dhandhamaa); obsitanus yookiin obsuu baattanus isiniif waluma qixaWanti isin mindeeffamtan waanuma hojjachaa turtan qofa” (jedhaman)
17إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي جَنَّاتٍ وَنَعِيمٍ
Dhugumatti, isaan Rabbiin sodaatan jannataafi qananii keessa jiraatu
18فَاكِهِينَ بِمَا آتَاهُمْ رَبُّهُمْ وَوَقَاهُمْ رَبُّهُمْ عَذَابَ الْجَحِيمِ
Waan Gooftaan isaanii isaaniif kennetti gammadoo ta’anii (keessa jiraatu); Gooftaan isaaniis adabbii gubaa jalaa isaan baraarse
19كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
“Waan hojjataa turtaniif jecha gaarii haala ta’een nyaadhaa; dhugaa” (isaaniin jedhama)
At-TurTarreeffama Qur'ana
49Aayah
MeccanRevelation
17Aayah

Hiikkaa — At-Tur 17

Suuratu At-Tur Aayah 17 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, isaan Rabbiin sodaatan jannataafi qananii keessa jiraatu

Suuratu Aayah 17/49 — At-Tur الطور (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: At-Tur Caqasi, At-Tur Hiikkaa, At-Tur mp3, At-Tur pdf. Aayah 15–19. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers