An-Najm · 24/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
أَمْ لِلْإِنسَانِ مَا تَمَنَّىٰ ۝٢٤
Am lil insaani maa taman naa
📖 Afaan Oromoon
Moo namaaf waanuma hawwetu jira

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 22-26 — Suuratu An-Najm

22تِلْكَ إِذًا قِسْمَةٌ ضِيزَىٰ
Isheen kun oggas qooda jalloodha
23إِنْ هِيَ إِلَّا أَسْمَاءٌ سَمَّيْتُمُوهَا أَنتُمْ وَآبَاؤُكُم مَّا أَنزَلَ اللَّهُ بِهَا مِن سُلْطَانٍ ۚ إِن يَتَّبِعُونَ إِلَّا الظَّنَّ وَمَا تَهْوَى الْأَنفُسُ ۖ وَلَقَدْ جَاءَهُم مِّن رَّبِّهِمُ الْهُدَىٰ
Isheen maqoota isiniifi abbootiin keessan odoo Rabbiin ragaa isheef hin buusin moggaaftani malee homaa mitiSe’aafi waan lubbuun isaanii feetu qofa hordofuDhugumaan qajeelfamni Rabbii isaanii irraa isaanitti dhufee jira
24أَمْ لِلْإِنسَانِ مَا تَمَنَّىٰ
Moo namaaf waanuma hawwetu jira
25فَلِلَّهِ الْآخِرَةُ وَالْأُولَىٰ
Aakiraafi addunyaanis kan Rabbiiti
26۞ وَكَم مِّن مَّلَكٍ فِي السَّمَاوَاتِ لَا تُغْنِي شَفَاعَتُهُمْ شَيْئًا إِلَّا مِن بَعْدِ أَن يَأْذَنَ اللَّهُ لِمَن يَشَاءُ وَيَرْضَىٰ
Maleeykota irraa, warra erga Rabbiin nama fedhuuf hayyamee, jaallate malee manguddummaan isaanii homaa hin fayyadne baay’eetu samii keessa jiru
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — An-Najm 24

Suuratu An-Najm Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Moo namaaf waanuma hawwetu jira

Suuratu Aayah 24/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers