An-Najm · 34/62
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Najm
وَأَعْطَىٰ قَلِيلًا وَأَكْدَىٰ ۝٣٤
Wa a`taa qaleelanw wa akdaa
📖 Afaan Oromoon
Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 32-36 — Suuratu An-Najm

32الَّذِينَ يَجْتَنِبُونَ كَبَائِرَ الْإِثْمِ وَالْفَوَاحِشَ إِلَّا اللَّمَمَ ۚ إِنَّ رَبَّكَ وَاسِعُ الْمَغْفِرَةِ ۚ هُوَ أَعْلَمُ بِكُمْ إِذْ أَنشَأَكُم مِّنَ الْأَرْضِ وَإِذْ أَنتُمْ أَجِنَّةٌ فِي بُطُونِ أُمَّهَاتِكُمْ ۖ فَلَا تُزَكُّوا أَنفُسَكُمْ ۖ هُوَ أَعْلَمُ بِمَنِ اتَّقَىٰ
Isaan sun warra dogoggora xixiqqoo malee dilii gugurdoofi sagaagalummaa irraa fagaataniidhaDhugumatti, Gooftaan kee araaramni Isaa bal’aadhaInni yeroo dachii irraa isin uumeefi yeroo isin garaa haadha keessanii keessatti ulfa taatanii jirtan akkaan isin beekaLubbuu keessan hin qulqulleessinaaInni nama (Isa) sodaatu akkaan beekaadha
33أَفَرَأَيْتَ الَّذِي تَوَلَّىٰ
Mee isa gara gale naaf himi
34وَأَعْطَىٰ قَلِيلًا وَأَكْدَىٰ
Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate
35أَعِندَهُ عِلْمُ الْغَيْبِ فَهُوَ يَرَىٰ
Sila beekumsi fagoo isa bira jiraannaan inni (isa) beekee
36أَمْ لَمْ يُنَبَّأْ بِمَا فِي صُحُفِ مُوسَىٰ
Moo wanta barreeffamoota Muusaa keessa jirutu itti hin himaminii
An-NajmTarreeffama Qur'ana
62Aayah
MeccanRevelation
34Aayah

Hiikkaa — An-Najm 34

Suuratu An-Najm Aayah 34 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan xiqqoo kennee, ergasii dhoorgate

Suuratu Aayah 34/62 — Suuratu An-Najm النجم (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Najm Caqasi, Suuratu An-Najm Hiikkaa, Suuratu An-Najm mp3, Suuratu An-Najm pdf. Aayah 32–36. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers