Al-Waqi'ah · 62/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ النَّشْأَةَ الْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ ۝٦٢
Wa laqad `alimtumun nash atal oolaa falaw laa tazakkaroon
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 60-64 — Suuratu Al-Waqi'ah

60نَحْنُ قَدَّرْنَا بَيْنَكُمُ الْمَوْتَ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ
Nutu du’a gidduu keessanitti murteesseNuti dadhabsiifamoo miti
61عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ أَمْثَالَكُمْ وَنُنشِئَكُمْ فِي مَا لَا تَعْلَمُونَ
Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti)
62وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ النَّشْأَةَ الْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne
63أَفَرَأَيْتُم مَّا تَحْرُثُونَ
Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa
64أَأَنتُمْ تَزْرَعُونَهُ أَمْ نَحْنُ الزَّارِعُونَ
Isintu isa biqilcha moo Nutu biqilchoo dha
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
62Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 62

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 62 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne

Suuratu Aayah 62/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 60–64. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers