Al-Waqi'ah · 61/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ أَمْثَالَكُمْ وَنُنشِئَكُمْ فِي مَا لَا تَعْلَمُونَ ۝٦١
Alaaa an nubaddila amsaalakum wa nunshi`akum fee maa laa ta`lamoon
📖 Afaan Oromoon
Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 59-63 — Suuratu Al-Waqi'ah

59أَأَنتُمْ تَخْلُقُونَهُ أَمْ نَحْنُ الْخَالِقُونَ
Sila isintu isa uumamoo? Nutu uumoo dha
60نَحْنُ قَدَّرْنَا بَيْنَكُمُ الْمَوْتَ وَمَا نَحْنُ بِمَسْبُوقِينَ
Nutu du’a gidduu keessanitti murteesseNuti dadhabsiifamoo miti
61عَلَىٰ أَن نُّبَدِّلَ أَمْثَالَكُمْ وَنُنشِئَكُمْ فِي مَا لَا تَعْلَمُونَ
Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu irratti (dadhaboo miti)
62وَلَقَدْ عَلِمْتُمُ النَّشْأَةَ الْأُولَىٰ فَلَوْلَا تَذَكَّرُونَ
Dhugumatti, akkaataa uumama jalqabaa beektanii jirtu; maaliif hin gorfamne
63أَفَرَأَيْتُم مَّا تَحْرُثُونَ
Mee waa’ee waan facaaftanii naaf himaa
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
61Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 61

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 61 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Fakkaataa keessan jijjiiree, waan isin hin beekne keessatti isin uumuu…

Suuratu Aayah 61/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 59–63. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, September 30, 2026

Don't forget us in your sincere prayers