Al-Waqi'ah · 83/96
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Waqi'ah
فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ ۝٨٣
Falaw laaa izaa balaghatil hulqoom
📖 Afaan Oromoon
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 81-85 — Suuratu Al-Waqi'ah

81أَفَبِهَٰذَا الْحَدِيثِ أَنتُم مُّدْهِنُونَ
Sila haasa’a kanaa kan isin laaffiftan
82وَتَجْعَلُونَ رِزْقَكُمْ أَنَّكُمْ تُكَذِّبُونَ
(Galata) rizqii (rooba) keessanii kijibsiisuu gootanii
83فَلَوْلَا إِذَا بَلَغَتِ الْحُلْقُومَ
Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)
84وَأَنتُمْ حِينَئِذٍ تَنظُرُونَ
Odoo yeroo san isin ilaaltanuu
85وَنَحْنُ أَقْرَبُ إِلَيْهِ مِنكُمْ وَلَٰكِن لَّا تُبْصِرُونَ
Isin hin argitan malee Nuti isin caalaa gara isaatti dhihoo jirra
Al-Waqi'ahTarreeffama Qur'ana
96Aayah
MeccanRevelation
83Aayah

Hiikkaa — Al-Waqi'ah 83

Suuratu Al-Waqi'ah Aayah 83 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo (lubbuun) kokkee geesse, (maaliif hin deebiftanuu)

Suuratu Aayah 83/96 — Suuratu Al-Waqi'ah الواقعة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Waqi'ah Caqasi, Suuratu Al-Waqi'ah Hiikkaa, Suuratu Al-Waqi'ah mp3, Suuratu Al-Waqi'ah pdf. Aayah 81–85. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers