Al-Haqqah · 26/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ ۝٢٦
Wa lam adri maa hisaabiyah
📖 Afaan Oromoon
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 24-28 — Suuratu Al-Haqqah

24كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا أَسْلَفْتُمْ فِي الْأَيَّامِ الْخَالِيَةِ
Waan guyyoota darban keessa dabarfattaniif jecha gammadoo ta’aatii nyaadhaa; dhugaa" (isaaniin jedhama)
25وَأَمَّا مَنْ أُوتِيَ كِتَابَهُ بِشِمَالِهِ فَيَقُولُ يَا لَيْتَنِي لَمْ أُوتَ كِتَابِيَهْ
Namni kitaaba isaa bitaa isaatiin kennames ni jedha: "yaa badii kiyya! Odoon kitaaba kiyya kennamuu hafee
26وَلَمْ أَدْرِ مَا حِسَابِيَهْ
Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee
27يَا لَيْتَهَا كَانَتِ الْقَاضِيَةَ
Odoo isheen xumura (jiruu) kiyyaa taateen hawwa
28مَا أَغْنَىٰ عَنِّي مَالِيَهْ ۜ
Qabeenyi kiyya homaa nan duroomsine (fayyadne)
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
26Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 26

Suuratu Al-Haqqah Aayah 26 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Qormaanni kiyya maal akka taes (odoon) beekuu hafee

Suuratu Aayah 26/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 24–28. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers