Al-Haqqah · 49/52
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Haqqah
وَإِنَّا لَنَعْلَمُ أَنَّ مِنكُم مُّكَذِّبِينَ ۝٤٩
Wa inna lana`lamu anna minkum mukazzibeen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti isin irraa namoonni (Quraana) sobsiisan akka jiran Nuti ni beekna

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 47-51 — Suuratu Al-Haqqah

47فَمَا مِنكُم مِّنْ أَحَدٍ عَنْهُ حَاجِزِينَ
Isin irraa namni isarraa dhorgu tokkollee hin jiru
48وَإِنَّهُ لَتَذْكِرَةٌ لِّلْمُتَّقِينَ
Innis (Quraanni) warra Rabbiin sodaataniif gorsa
49وَإِنَّا لَنَعْلَمُ أَنَّ مِنكُم مُّكَذِّبِينَ
Dhugumatti isin irraa namoonni (Quraana) sobsiisan akka jiran Nuti ni beekna
50وَإِنَّهُ لَحَسْرَةٌ عَلَى الْكَافِرِينَ
Inni (Quraanni) kaafiroota irratti gaabbiidha
51وَإِنَّهُ لَحَقُّ الْيَقِينِ
Dhugumatti, inni (Quraanni) dhugaa mirkanaa’aadha
Al-HaqqahTarreeffama Qur'ana
52Aayah
MeccanRevelation
49Aayah

Hiikkaa — Al-Haqqah 49

Suuratu Al-Haqqah Aayah 49 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti isin irraa namoonni (Quraana) sobsiisan akka jiran Nuti ni…

Suuratu Aayah 49/52 — Suuratu Al-Haqqah الحاقة (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Haqqah Caqasi, Suuratu Al-Haqqah Hiikkaa, Suuratu Al-Haqqah mp3, Suuratu Al-Haqqah pdf. Aayah 47–51. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers